Enrolment options

Barnootichi yaad-rimeewwan ijoo mala sirna WASH cimsuu kan of keessaa qabu yoo ta’u, haalawwanii fi fakkeenyota mala kana itti fayyadamu qaba.

  • Yeroo: Sa'aatii 16
  • Qabiyyee: bishaan, qulqullina naannoo fi qulqullina dhuunfaa

Kaayyoon barumsaa barnoota waliigalaa kanaa hubachuu dha:

  • Mala sirnoota WASH cimsuufi akkamitti fi maaliif akka qophaa’e
  • Akkaataa mala sirnoota WASH cimsuu hojiirra oolchuu itti jalqabnu

Amma galmaa'i
Amma galmaa'i